Skip to main content

Gaafilee deebisuu keetiif hamman sii kaffalla?

Iyyaatii tokkoo tokkoo xumurteef ni badhaafamta. Hammi qarshii argattuu gartuu fi dheerina iyyaatii irratti hundaa’a (maaloo gabatee armaan gadii ilaali). Akkuma iyyaatii xumurteen badhaasni kee eenummeessaa paanaalii kan kee keessatti ida’amuudhaan kuufama. Gaafa hamma gadi aanaa baasuu geese maallaqa kee gara eenummeessaa PeeyPaalii keetiitti dabarsuu yookiin immoo karaa GCodes fudhachuu ni dandeessa.

Maallaqni kee eenummeessaa toora intarneetii PeeyPaaliitti guyyaa hojii 3 hamma 6 keessaatti ni seena:

Kafaltii karaa PeeyPaaliitiin argachuuf, eenummeessaa PeeyPaalii qabaachuu qabda (eeenummeessaadhaaf paypal.comirratti galmaa’uu ni dandeessa)
Teessoon ergaa-e kee kan eenummeessaa PeeyPaalii fi kan iyyaatii ittiin argattuu  walfakkaataa ta’uun isaa dirqama (qarshii ergaa-e kana qofatti ergina) – odeeffannoo dabalataa asitti ni argatta. Dabarsa xumuruudhaafguyyaa 30 keessatti eenummeessaa PeeyPaalii kee irratti mirkaneessuu qabda. PeeyPaaliin qarshii gara eenummeessaa keetiitti dabarsuu isaatiif kafaltii tajaajilaa 2% ni kafalchiisa.

Mala kafaltii wal qabataa

Paanaalistoonni erga hamma kafaltii gadi aanaa baasuu guutanii booddee, badhaasa isaanii karaalee armaan gadiitiin dhuunfachuu ni danda’u

 

Maqaa kafaltii

Hamma dabarsaa USDdhaan

Peeypaalii (Itoophiyaa )

10.00 USD

 

Moodeelii badhaasa paanaalistii

Moodeelonni armaan gadii akkaataa paanaalistiin akka dheerinna iyyaatii irratti hundaa’ee qarshii itti argatu calaqqeessu. Dheerinnii ol aanaan inteervii daqiiqaa 30 caaluu hin qabu.

 

Irraa – hamma (daqiiqaadhaan)
Badhaasa (USD)
0 - 2 0.13 USD
3 - 4 0.25 USD
5
0.25 USD
6 - 7 0.38 USD
8 - 9 0.38 USD
10 - 11 0.50 USD
12 - 13 0.50 USD
14 - 15 0.63 USD
16 - 18 0.88 USD
19 - 20 0.88 USD
21 - 23 1.00 USD
24 - 25 1.13 USD
26 - 27 1.25 USD
28 - 30 1.63 USD