Skip to main content

Qorannoon irratti maallaqa argachuu.

Yeroo iyyaatii xinnoo qabdaa? Oomistummaadhaan immoo itti fayyadamuu hawwitaa?
TGM Itiyoophiyaa irratti tolaan galmaa’aatiii.
tgm panel logo - you are right place section

Ati taayita baay'een keessatti jirta

Amma galmaa’iitii qorannoowwan iyyaatii keenya kan itti kafalamu irratti hirmaachaa gabaa addunyaa mijaawaa akka goonu nu gargaari.

Hujeffannoo qorannoo gabaa kan ta’ee fi carraa of ibsuu kan sii kennuTGMtti maamilaayi.

Fayyadamaa gabaa kan taate ati, wanta garaa si gahuu fi hanqina qabu haa beeksiftuuf, dhaabbileen addunyaa hundarraa si eeggachaa jiru. Addunyaa jijjiiramaa jirtu keessatti ati teessee hin laalin, qorannoowwan iyyaatii keenya kan itti kafalamu irrattii hirmaadhu.

Iyyaatiiwwan keenya haala hawwataa fi salphaa ta’een bocamu. Qorannoon iyyaatii keenya sillee akka fayyadamaa gabaatti si guddisa. Hirmachuudhaaf kan si barbaachisu meeshaa kamiyyuu fi internet argachuu qofa.

Nutti maamilaawuun maaliif si barbabaachisa?

reward TGM

QORANNOOWWAN MOBAAYILAA ITTI KAFALAMU

Gabaa garii qabaachuun mataan isaa badhaasa yommuu ta’u, tattaaffii keetiif immoo kafaltii argachuunis miidhaa hin qabu. Iyyaatii tokkoon tokkoo isaa xumurtuuf hamma USD 3.25 ni argatta.
SECURITY AND CONFIDENTIALITY icon TGM

NAGEENYA DAATAA FI ICCIITUMMAA

Odeeffannoon ati kennitu kamiyyuu eeggamaa fi icciitii dha. Deebii dhuunfaa keetii beekkamtii kee malee eenyuttiyyuu ifa hin goonu.
TGM Itiyoophiyaa XAXAAN TOKKOYYUU HIN JIRU icon TGM

XAXAAN TOKKOYYUU HIN JIRU

Wanti si daangessuu tokkoyyuu hin jiru! Hawaasa idil-addunyaa keenyatti maamilaawuun guutumatti tola. Amma galmaayiitii toora intarneetiitiin qarshii buufadhu!

TGM Itiyoophiyaa - EESSATTIYYUU, YOOMIYYUU,MEESHAA KAMIINUU

EESSATTIYYUU, YOOMIYYUU,MEESHAA KAMIINUU

Yeroo kamittuu, iddoodhuma jirtuu, meeshaa kamiinuu; qafoo ammayaawaa, koyaa yookiin taableetii fayyadamuudhaan iyyaattiiwwan guuti. Iyyaatii itti kafalamu keenya irraa, Itoophiyaa keessatti qarshii buufachuudhaaf intarneetatti qunnamuu qofatu barbaachisa.
TGM Panel Itiyoophiyaa - BADHAASA KEE ARGACHUUN BAAY’EE SALPHAADHA

BADHAASA KEE ARGACHUUN BAAY’EE SALPHAADHA

USD 12.50 erga guurrattee booda kafaltii kee karaa PeeyPaalii yookiin immoo USD 10 erga guurrattee booda karaa GCodes eemummeessaa keetiin baafaachuu ni dandeessa.
share insights icon tgm panel

YAADA KEETIIF GATII GUDDAA KENNINA

Maqaaleen daldalaa ati jaalattu wanta gabaatti dhiyeessan akka fooyyessuu danda’an, waa’ee oomishaa fi tajaajila isaanii maal akka ati yaaddu dhagahuudhaaf fedhii guddaa qabu.
Itiyoophiyaa tgm panel
Itiyoophiyaa tgm panel

Wajjiin jijjiirama dansaa gochuu!

Carraaqqii keenyatti makamuun kee fooyya’iinsa itti fufaa gabaa addunyaatiif akka tattaaffannu gahumsa nuu kenna. Qorannoowwan iyyaatii itti kafalamu. keenya irratti hirmaachuudhaan qooda kee yoo bahatte, fi nuti immoo gumaacha kee maqaalee daldalaa biyyoota 100 ol keessa jiraniin walitti fiduudhaan qooda keenya yoo raawwanne, dhaabbileen oomishaa fi tajaajila fooyya’aa akka dhiyeessan dhiibbaa uumuu ni dandeenya.

Yaada kee qooduudhaan fooyya’iinsa gabaa addunyaatiif human gaarii ta’i.

tgm panel logo global market

Nageenyi daataa dhimma keenya isa gurguddaa keessaa is tokko

tgm panel protects your privacy from every possible threat
Daataan kee 100% eeggamaa fi icciitiidhaan kan ilaalamuu dha.
No spams will be sent
Paanaalii TGM irraa maamilummaa haquunis akkuma maamila ta’uu salphaadha, yeroo barbaaddetti gochuu ni dandeessa.
unsubscribe easily
Yeroo barbaaddetti maamilummaa kee haquu ni dandeessa.
General Data Protection Regulation (GDPR) and ESOMAR
Nuti seera of eeggannoo daataa walii galaa fi ESOMAR tiif bitamtoota.

Qorannoowwan itti kafalamu qarshiidhaan guutuun maaliif barbaachise?

Iyyaatiiwwan toora intarneetaa itti kafalamu iddoola tokko irratti kan argaman, odeeffannoo, yaadaa fi ilaalcha namoota maamila ta’uu danda’anii funaanuu fi karaa biraatiin immoo, gaheen isaanii karaa salphaa fi hatattamaa ta’een bu’aa argachuufi.
Garuu, iyyaatii qarshiidhaaf yoo guuttu, iyyaatii toora intarneetii irraa argachuudhaaf karaa baay’eetu jira:
  • No time frame
    Iyyaatiiwwan toora intarneeta irraa guutuudhaan maallaqa argachuudhaaf karoorfachuuf, saanduqni yeroo kamiyyuuu salphaa hin godhu.
  • best paid survey sites
    Karaa maallaqa ittiin horatan haaraa argachuudhaaf iddoola iyyaatii kafaltii kan akka TGM Paanaalii daawwachuu gahaa dha.
  • no experience required
    Hojii kanaaf homaa muuxannoo hin barbaachisu. Iyyaatiiwwan toora intarneetii kaashii kafalan ulaagaa yookiin barumsa addaa tokko malee guutamuu ni danda’u.
  • interests and preferences
    Dhaabbilee baay’eedhaan waan dhiyaatuuf,iyyaatiiwwan fedhii fi filannoo nama dhuunfaatiif ta’an gosa dhimmaa gahaatu jira.
  • Paid surveys at home

    Iyyaatiiwwan manatti guutaman kan itti kafalamu guutuudhaaf ulfaataa miti, salphummaafii mijaa’ummaa isaaniitiin amaleeffamu. Isaan guutuun yeroo baay’ee daqiiqaaa muraasa caalaa hin fudhatu.

  • research panels

    Paanaaliii qorannoo iyyaatii tokko irratti iyyaatii itti kafalamuguutuudhaaf otuu galmoofnee jiraanneeyyuu, kan biraatti maamilaa’uu ni dandeenya. Kun galii keenya iyyaatii irraa argannu waan guddisuuf mala garii dha.

  • opportunity

    Qorannoonni iyyaatii kuni yeroo baay’ee waa’ee oomishaa fi tajaajila gabaa irra hin jirree gaafatu. Waa’ee wantoota haaraa kalaqamanii baay’ee akka beeknu carraa nuuf kenna.

  • Earning on surveys

    Yaadni kee kan karaa iyyaatii ibsamu oomishaa fi tajaajila dhaabbata tokkoon kennamu fooyyessuu irratti dhiibbaa dhugaa qaba. Sababni dhugaa qorannoo gaggeessuus kanuma. Iyyaatiin maallaqa argachuun galii qofa otuu hin taane quufa dhugaa nuu kenna.

    Iyyaatiiwwan itti kafalamu filatamoo TGM Itoophiyaairratti. Toora intarneetii irratti maallaqaan iyyaatii guuti. Har’a maamiloomiitii qabxii argadhu!

    TGM Paanaaliin maali? Akkamitti iyyaatiiwwan toora intarneetii fi mobaayila qarqaarsa isaa wajjiin guutuu dandeenya.

    TGM Paanaaliin kan uumame namoota:
    Nagaa fi callisa oomisha qe’ee keetii irraa iyyaatiiwwan itti kafalamu guutuudhaan carraa galii dabalataa barbaadaa jiraniif (maallaqa kan kee karaa PeeyPaalii, fi kaardii kennaatiin dhuunfachuu ni dandeessa)
    Karaa salphaadhaan toora intarneetaa irratti maallaqa buufachuu babaadaniif
    Iyyaatiidhaan kafalamuudhaaf obsaa fi jaboo ta’aniif
    Yaada isaanii namoota biro wajjiin walii qooduu barbaadaniif
    Oomishaa fi tajaajila gabaa irra jiru irratti dhiibbaa uumuu barbaadaniif
    Salphinaa fi mijaa’ummaa qorannoo toora intarneetaatiif y gatii laataniif
    Qafoo ammayyaawaa fi kompuutara fayyadamuudhaan yeroo baay’ee dabarsaniif
    Mala salphaa fi dansaa ta’een toora intarneetii irratti maallaqa karaa mobaayila guuttachuudhaan, kaashii karaa PaayPaaliitiin fi kaardii kennaatiin argachuu barbaadaniif
    Toora kafaluu fi galii tasgabbaa’aa qabu yookaan immoo iddoola qorannoo abdii godhataniif
    Boqonnaa irra jiranii fi kaashii dabalataa wayii marsariittii keenya irraa argachuu barbaadaniif
    Sa’aatii hiriira irratti darbu, yeroo gara hojii yookiin barumsaa yookiin wal gahii deeman jiru fayyadamuu barbaadaniif
    Yeroo baay’ee qafoo ammayyaawaa irratti Intarneeta fayyadamanii fi iddoolaa iyyaatii daawwatan
    Fedhii isaanii beekanii fi qoramsa morkii bilisa ta’an
    Hin murteessinee fi filannoo danuu qabaachuu hawwan, akkasumas immoo toora intarneetii irratti kafalamuu barbaadan
    Bu’aa shakkii hin qabne maallaqa otuu itti hin baasin argachuu barbaadan
    Yeroo isaanii qorannoo iyyaatii mobaayilaa fi toora intarneetii irratti qisaasa’uuf gatii kennan.
    Toora intarneetii irra jiranii fi iyyaatiiwwan xumuruudhaan maallaqa argachuuf iddoola iyyaatii daawwataniif
    Bilisummaa, yaada gati-qabeessa mataa isaanii qooduu, iyyaatii toora iyyaatii jaalataniif… qorannoo gabaa
    Iyyaatiidhaan kafalamuu barbaadanii fi maal akka argattu mirkaneeffadhu
    Iyyaatii toora intarneetaa kafaltii qabanii fi iddoo kafaltii salphaa barbaadaniif
    Iyyaatii tokkoo tokkoo xumuraniif kafalamuu barbaadaniif
    Paanaalii TGM Itoophiyaatti maamilaayiitii iyyaatii toora intarneetii itti kafalamu argadhu. Hi turin, toora intarneetii irratti maallaqa buufachuu eegali.

    Intarneeta irratti haala kamiin maallaqa argachuu dandeenya?

    Paanaalii iyyaatii keenya akkuma dhaqxeen maallaqa argachuu eegaluu ni dandeessa.
    Akkamitti eegalta?
    The first step is to register at our website

    Tarkaanfiin inni duraa marsariitii keenya – iddoola iyyaatii ta’an keessaa tokko kan ta’e irratti galmaa’uu dha. Galmeen ragaalee bu’uuraa, keessattuu: ergaa-e kan kee, guyyaa dhalootaa fi saala guutuu of keessatti qabata. Maaloo, ragaan guuttame dhugaa ta’uu isaa mirkaneeffadhu – kun salphina daddabarsa odeeffannoo fi maallaqa argachuu mirkaneessa. https://portal.tgmpanel.com

    Tarkaanfiin inni lammaffaa eenyummaa fi galmee kan kee marsariitii irratti mirkaneeffachuu dha. Odeeffannoo kee mirkaneeffachuudhaaf geessituu ergaa-e kee irratti ergame cuqaasuun dirqama. Yoo ergaa-e kakaasaa argachuu baattan, ukaankaa Beeksisaa fi Ispaamii ilaaluu maaloo hin dagatin.

    Ergaa-e keenya gara saanduqa keetii malee gara ispaamii akka hin seenne mirkaneessuuf, tarree qunnamtii yookiin kitaaba teessoo keetiitti ida’i.

    Tarkaanfiin inni sadaffaan daqiiqaa muraasa laachuudhaan danaa kee guutuu ta’a. Haala kanaan iyyaatii sirrii ta’etti dabalamta, qo’annaa bu’a qabeessa hin taaneen yeroo kee gubuu irra. Danaa kee guutuun mataa isaatiyyuu qabxii sii kennisiisa (qabxiin takkeen ishee immoo gara maallaqaatti geeddaramti), fi ji’a jaha jahaan immoo haaromsuu ni dandeessa. Gaaffileen iyyaatii keenyaa haala adda ta’een oomishaa fi tajaajila Itoophiyaa irratti xiyyeeffata.

    Tarkaanfiin inni arfaffaan iyyaatii filatamaa ta’e eeggachuu dha. Qorannoon danaa kee gitu yoo argamu, yeroo baay’ee ergaa-e keetiin notification si qaqqaba. Haala kanaan kuusa bu’aa kee toora paanaalii keenya irraa guddifachuun si hin miliqu. Qorannoon yeroodhaaf waan ta’eef, guyyaa muraasa booda (yeroo tokko tokko immoo sa’aatiiyyuu ta’uu danda’a) iyyaatiin hadoodaa ta’a.

    Nuti iyyaatii hunda ergaa-edhaan akka hin yaadachiifnee fi yaadachiifni tokko tokko immoo walqunnamtii keessa baduu akka danda’u hubadhu. Kanaafuu, guyyaa guyyaatti, fakkeenyaaf yeroo buna ganamaa paanaalii deebistoota https://portal.tgmpanel.com – seenuudhaan iyyaatiin haaraa guuttamuudhaaf qophaaye yoo jiraate ilaaluu (kunis, carraan maallaqa hamma tokko argachuu yoo jiraate) amaleeffachuun bayeessa.

    Yaadachiisa karaa fayyadama Waatisaappii fi Feessbuukii messenger fi Suuqamaa kiroomii (iyyaatiiwwan kallattiidhaan bilbila kee irratti yookiin dalgee kompuutara keetii irratti haa bulluquuf). Filannoowwan kun sirreeffama qindaa’ina eenummeessaa keetii https://portal.tgmpanel.comkeessatti ibsamuu (haala wal gitaa ta’ee baduu) ni danda’u.

    Tarkaanfiin shanaffaan iyyaatii guutuu dha. Iyyaatiiwwan sirriitti itti yaadamuu fi amanamummaadhaan guuttamuu akka qaban irra deebi’uudhaan hubadhu. Hubadhu – hojiin ati qorannoowwan iyyaatii keenyatti hojjattu, gumaachi qorannoo gabaa dhaabbilee adda addaatiin ajajamuuf gootu, barbaachisaa dha. Qorannoo kana irratti hundaa’uudhaan murtoowwan gurguddoo kan jiruu kee mara irratti dhiibbaa uumuu danda’utu murteeffama. Iyyaatiiwwan yommuu guuttu deebii amanamaa kennuudhaan homaa wanti nama yaaddessu hin jiru, iyyaatiiwwan kafaltii paanaalii keenya irraa guutumaan guutuutti icciitii dha.

    Iyyaatii erga xumurree booda, hammam akka arganne ilaaluu ni dandeenya. Paanaaliin TGM maallaqa argame USD fi qabxiidhaan ni dhiyeessa (qabxii 1 = USD 1). Qorannoodhaaf ulaagaa yoo guutuu baatte immoo (qorannoo cufame, kootaa guutuu, danaa hirmaattota gara garaatu barbaachisa, etc.), yeroo qisaasessiteef qabxii 0.02 ni argatta.

    Tarkaanfiin jahaffaan is hundumaa caalaa mi’aawaadha, kafaltii fudhachuu waan dabalatuuf. Hamma gadi aanaa baasudhaaf barbaachisu ilaaluu yaadadhu. Gara Paanaalii TGMtiin kafaltiidhaaf hammi kun USD 10 ta’uu yommuu qabu karaa kuusaa qabxiitii immoo USD 3.5 (iyyaatiin gariin doolaariidhaan yommuu kafalamu, inni kaan immoo qabxii gara doolaaraatti geeddaramuuni – maamiltoota irratti hundaa’uudhaan)

    Paanaaliin baay’een isaanii, TGM Paanaali dabalatee kaashii karaa PeeyPaaliitiin dabarsu – paypal.com. Sana booda nuyi kafaltii keenya eenummeessaa PeeyPaalii irraa gara eenummeessaa baankii idilieetti dabarsuu ni dandeenya. Guyyaa muraasa booda, maallaqni keenya eenummeessaa dhumaa keessatti ni argama.

    Ida’ama buufatte kee mobaayilattis guuttachuun ni dandeessa (mobaayila guuttamu yoo qabaatte)p>

    Karaan inni sadaffaan kafaltii kee itti baafattu immoo koodii kennaa GCodes fayyadamuudhaani – odeeffannoo dabalataaf app.gcodes.com.

    Paanaalii toora intarneetii keenyyatti galmaayi. Bilisa! Iyyaatii tokko tokkoo milkiidhaan xumurteef qarshii argadhu.

    Kafaltii isa jalqabaa dura, lakkoofsa bilbila keetii mirkaneessuu qabda – danaa keetitti dabaluu ni dandeessa.

    Salphaa mitii?

    Maallaqa buufachuu sa’aatiin yemmuu gara hojii, barumsa yookiin walgahii deemnu darbu yookiin immoo hara galfii bunaa gahaa dha, haala salphaanii fi gammachuudhaan maallaqa argadhu. Daqiiqaan muraasni qorannoo guutuudhaaf kennitu, kuusaa eenummeessaa keetii ni guddisa.
    Isn’t that easy?

    Garuu, iddoolli iyyaatii gaarii Itoophiyaakeessatti akkamitti argama?

    Iyyaatiiwwan yemmuu intarneetii irra sakattaanu bulluqu kan nuti barbaannuu miti. Hundinuu bilisa, yeroo keenya qisaasessuu malee homa nu hin fayyadan – fakkeenyaaf otuu PeeyPaalii fi kaardii kennaa fa’a dhiyeessaniiyyuu.

    Iyyaatiiwwan yemmuu intarneetii irra sakattaanu bulluqu kan nuti barbaannuu miti. Hundinuu bilisa, yeroo keenya qisaasessuu malee homa nu hin fayyadan – fakkeenyaaf otuu PeeyPaalii fi kaardii kennaa fa’a dhiyeessaniiyyuu.

    Isa kam fayyadamuu qaba?

    Karaa fayyadamuuf salphaa ta’e, seeraa qabeessa fi hundarra immoo kan kafalu filachuu akka qabdu ifa. Paanaalii TGM jaaladhu! Akka galmooftee maallaqa argattu si jajjabeessina.

    Iyyaatii toora intarneetii irraa guutuudhaan maallaqa buufadhu!

    Qorannoon gabaa maali, dhaabbileen qorannoo hoo maali fi qorannoonuu maaliif barbaachise?

    Qorannoon gabaa daataa funaanuu fi xiinxaluu of keessatti qabata. Gochaawwan kun qaamolee bu’uuraa gabaa, gatii meeshaaleetii fi tajaajilaa fedhii fi dhiyeessii isaaniitii fi ilaalchaa fi amala fayyadamtootaa ni dabalata.

    Qorannoon gabaa haala dorgommiillee ni dabalata. Yeroo ammaa, milkiin intarpiraayizii tokkoo xiinxala murtii sirrii akka murteessu isa godhu irratti hundaa’a. Tajaajillii fi oomishni haaraa akka ka’u kan isa godhu, beekkumsa gabaatii fi sirnaan hojii irra ooluu karoora gabaati.

    Qaamni murteessaan dorgommii irratti ol aantummaa dhaabbataaf kennu qorannoo gabaati.

    Qorannoowwan akkanaa yommuu murtiiwwan intarpiraayizii kisaaraa guddaa geessisuu danda’an hojiitti hiikaman ni gorfamu. Haalli akkanaa kun baay’inaan wantoota of keessatti qabatu keessaa:

    • Jiraachuu dorgommii fedhii ol aanaa maamiltootaa of keessatti qabatu.
    • Karoora babal’isuu gabaa haaraa.
    • Gabaa gurgurtaa gara gabaa bittaatti geeddaruu.

    • Jijjiirama siyaas-diinagdee biyya tokko keessatti wixiname.

    • Jijjiirama itti fufaa bittootaa fi hirdhachuu fedhii isaanii.

    Sababni ijoon qorannoo gaggeessuu intarpiraayizota oomishaa fi tajaajilaa, dabaluu fedhii meeshaalee dhiyeessaniiti. Qabxiileen armaan gaditti tarraa’an kun maamiltoota baay’inaan argachuuf maloota qarqaaran akka ta’an beekkamaa dh:
    • Qorannoo yaalaa
    • Qorannoo gatii
    • Qorannoo maqaa daldalaa
    • Qorannoo abuurraa
    • Qorannoo hamma quufina maamiltootaa
    • Paanaalii mana keessaa

    Qabxiileen baay’een kan akka yeroo daataa funaanuudhaaf qabnu, hamma naannawa qoratamuu, baasii ramadamee fi kaayyoo qorannichaa mala qorannoo irratti dhiibbaa ni uumu.

    Iyyaatiin (marsariitii qorannoo irratti kan argamu) tooftaalee bebbeekamoo ta’an keessaa isa tokko. Sababa daataa funaanuu fi xiinxaluun salphaa ta’eef malli kun meeshaa bu’uuraa qorannoo gabaa ta’eera.

    Ramaddiiwwan qorannoo muraasa kan yaad-rimee qoratamuuf fi dhimma maamiltootaaf barbaachisaa ta’e tooftaa sirrii adda baafachuuf si gargaaran adda baafannee jirra. Yeroo ammaa, maloota qorannoo hojii irra oolan kan armaan gadi of keessatti hammatu:
    Bilbila
    Xalayaa
    Miidiyaa
    Kallattiidhaan
    Raadiyoo fi TV
    Beeksisa
    Kompuutara
    kennuudhaa
    [Handing out]

    Jabana intarneetii kana immoo malli baay’innaan dhaqqabamaa fi rakasa ta’e toora intarneetaatii fi iyyaatii mobaayilaatitoora intarneetaatii fi iyyaatii mobaayilaati

    Icciitummaan qorannoo haqummaa deebilee rageessa, kun immoo bu’a qabeessummaa qorannichaa wajjiin wal qabata.

    Iyyaatii toora intarneetii irraa guutuudhaan maallaqa buufadhu!